Adama MESOB eService

News

Latest official updates from Adama City Administration.

8/3/2026 • Adama

Guyyaa Dhaabbii Biqiltuu (27/11/2018)

Dhaadannoo "Abdii haa dhaabnuu" jedhuun gaafa guyyaa 27/11/2018 guyyaa dhaabbii biqiltuu waan ta'eef hojjattoonni keenyaa fi abbootin dhimmaa keenya hundi eddoo ergaan isinii darbe irratti qaaman argamtanii dirqama lammummaa keessan akka baatan kabajaan isin beeksifna. WTT MESOB Adaamaa